One of the programs and organizations financed by ETMF is the prestigious Ethiopia Tadesse Memorial Award (ETMA) given to extraordinary, hardworking, promising and gifted students of Jimma University in the Oromia regional state of Ethiopia. The ETMA was established in 1998 Ethiopian Calendar and it was launched with an objective of expansion to other Universities of Ethiopia.
ETMA awards financial prizes, certificates of achievment, advanced textbooks and opportunities for further study.
Kun firii gaarii barattoota galmeessisiisaniif kan kennamu badhaasa barumsaa yoo ta'u bara 1996 addunyaa kanarraa du'aan adda kan bahan haadha keenya Aadde Itoophiyaa Taaddasaa yaadachuufi dha.
Aadde Itoophiyaa Taaddasaa abbaa manaa jaalattu Obbo Bulchaa Daboosee wajjin ta'uudhaan Ijoollee saddeet jaalalaan, kunuunsaanii fi seeraan guddifteettii, Jarreen lamaan kun ijoollee isaanii lammii gaarii godhanii guddisuudhaaf yaaliin guddaan godhameera. Ijoolleen ishee hundumtuu kan guddatanii fi barumsa isaanii kan hordofan, Yunivarsiitota Itoophiyaa keessatti argamanitti waan ta'eef barattoonni Itoophiyaa firii argatanii kaayyoo isaanii galmaan akka gahaniif jajjabessuudhaaf hundumti keenya sagalee tokkon murteessineerra.
Badhaasni yaadannoo barumsa bilisa Itoophiyaa (E.T.M.A) Yunivarsiitii Jimmaa keessatti kutaa barnootaa makaanikaal Injinariingii keessatti kan barbatan akkasumas biyya isaanii kan jaalatan, barunmsa isaanii guddisuudhaaf kan yaalii godhanii fi gosa barumsuma kanaan Itoophiyaa guddisuudhaaf yaalii godhamu keessatti kan biroo hogganuudhaaf baratoonni karoorfata ni jajjabeessa.
First ETMA winners
Jimma University Mechanical Engineering Department

The winners also become members of ETMA Pro-Net program which is set up to connect ETMA winners with professionals, researchers and scholars who are in the same career field of the ETMA recipients.